Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ከናፉ ሙዺ ቀልቢኬሰኒ ህዸዻ፤ ወረ ኦፍ ቀበን ተኣ፤ አብዲኬሰንስ ጉቱማን ጉቱት አያነ ዬሮ ዬሱስ ክርስቶስ ሙልአቱት እስኒ ኬነሙ ሰነረ ካአዻ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kanaaf mudhii yaada keessanii jabeeffadhaa, warra of qaban ta'aa, abdii keessan guutummaatti ayyaana isa yeroo Yesus Kristos mul'atutti isiniif dhufu irra kaa'adhaa*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Kanaafuu mudhii qalbii keessanii hidhadhaa; warra of qaban taʼaa; abdii keessanis guutumaan guutuutti ayyaana yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti isinii kennamu sana irra kaaʼadhaa.

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy