1 ጴጥሮስ 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነሞትን ሀፉረ ቁልቁሉ እሰ ሰሚዻ ኤርገሜን ወንጌለ እስንት ለለበን ሱን ዋን አመ እስንት ህመን ኬሰት ኡቱ ኦፊሳኒ ህንተእን እስን አከ ተጃጅለን እፈ ንተኤፍ፤ ዋን ከነ ኤርገሞትንዩ ገድ ፈጌኛን አርጉ ሀዉ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Wanti isaan hojjechaa turanis mataa isaaniif utuu hin ta'in, isiniif akka ture mul'ifameera*. Kunis hafuura qulqulluu isa waaqa irraa ergameen, amma karaa warra wangeela lallabanii, isinitti himame; kana immoo ergamoonni Waaqayyoo iyyuu keessa lixanii ilaaluu in hawwu turan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namoonni Hafuura Qulqulluu isa samiidhaa ergameen wangeela isinitti lallaban sun waan amma isinitti himan keessatti utuu ofii isaanii hin taʼin isin akka tajaajilan ifa ni taʼeef; waan kana ergamoonni iyyuu gad fageenyaan arguu hawwu. Viz kapitola |