1 ጴጥሮስ 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ራጆትን ዋኤ አያነ እስኒ ኬነሙፍ ጅሩ ሰና ዱበተን ሱን እት ጀባተኒ ዋኤ ፈይነ ከና ቆረቻ፣ እያፈቻስ ቱረን፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Raajonni warri waa'ee ayyaana isiniif kennamuuf ture sanaa raajii dubbatan, fayyina kana barbaadanii waa'ee isaa qoratan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Raajonni waaʼee ayyaana isinii kennamuuf jiru sanaa dubbatan sun itti jabaatanii waaʼee fayyina kanaa qorachaa, iyyaafachaas turan; Viz kapitola |