Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ጴጥሮስ ኤርገማ ዬሱስ ክርስቶስራ። ገረ ፍለተምቶተ ጳንጦስ፣ ገላትያ፣ ቀጰዶቅያ፣ አስያፊ ቢታንያ ኬሰ ብብትናአን

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Ani Phexros ergamaan Yesus Kristos kana caafuu koo ti. Haa ga'u gara warra fo'amanii, isaanis warra biyyaa baafamanii kutaa biyya Phonxositti, Galaatiyaatti, Qaphadooqiyaatti, Asiyaatti akkasumas Bitiiniyaatti tamsa'anii jiranii*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Phexros ergamaa Yesuus Kiristoos irraa, Gara filatamtoota Phonxoos, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Asiyaa fi Biitaaniyaa keessa bibittinnaaʼan

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:1

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy