1 ዮሀንስ 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ገሩ አኩመ እን እፈ ኬሰ ጅሩ ሰነ፣ ኑስ ዮ እፈ ኬሰ ዴዴብኔ ወሊ ወጅን ቶኩማ ቀብነ፤ ዺግን እልመሳ ዬሱስ ጩቡ ሁንዱማራ ኑ ቁልቁሌሰ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka inni ifa keessa jiru, nuyis ifa keessa yoo deddeebine, nuyi walii keenyaa wajjin tokkummaa qabna, dhiigni ilma isaa Yesus immoo cubbuu hundumaattii nu qulleessa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin tokkummaa qabna; dhiigni Ilma isaa Yesuus cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa. Viz kapitola |