1 ዮሀንስ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኑስ አከ ገመቹንኬኘ ጉቱ ተኡፍ ዋን ከነ በሬስነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kana hundumaas gammachuun keenya guutuu akka ta'uuf isiniif caafna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Nus akka gammachuun keenya guutuu taʼuuf waan kana barreessina. Viz kapitola |