1 ዮሀንስ 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ጅሬኝ ሙልአቴረ፤ ኑስ እሰ አርግኔረ፤ ዹጋስ ንባናፍ፤ ኑ ጅሬኘ በረ በራ እሰ አባ ወጅን ቱሬፊ እሰ ኑት ሙልአቴ ሰነ እስንት ለብስነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Jireenyichi mul'ifameera*; nuyi isa argineerra, isaafis dhugaa in baana; jireenya bara baraa isa abbaa bira ture, nuttis mul'ifame kana isinitti in himna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Jireenyi mulʼateera; nus isa argineerra; dhugaas ni baanaaf; nu jireenya bara baraa isa Abbaa wajjin turee fi isa nutti mulʼate sana isinitti labsina. Viz kapitola |