1 ዮሀንስ 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኑ ዋኤ ዱቢ ጅሬኛ ከን ጀልቀባ ካሴ ቱሬ፣ ከን ዸጌኜ፣ ከን እጀኬኛን አርግኔ፣ ከን እላሌፊ ከን ሀርክኬኘስ ቀቀቤ ከነ ለብስነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Waa'ee isa jalqabaa jalqabee ture, sagalee jireenyaa sanaa isiniif in caafna. Nuyi isa dhageenyeerra, ija keenyaan isa argineerra, ilaallees harka keenyaan isa qaqqabanneerra*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Nu waaʼee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan dhageenye, kan ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina. Viz kapitola |