1 ቆሮንቶስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስንስ ከራ ሁንዳን ጄቹንስ ዱቢፊ ቤኩምሰ ሁንዳን እሳን በዻተኒርቱ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin waanuma dubbatan hubachiisuudhaaf ofii keessaniifis waan hundumaa hubachuudhaaf, karaa hundumaan kennaa guutuu isumaan argattaniittu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isinis karaa hundaan jechuunis dubbii fi beekumsa hundaan isaan badhaataniirtu; Viz kapitola |