1 ቆሮንቶስ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ዬሮ ሁንደ አያነ ዋቃ እሰ ክርስቶስ ዬሱሲን እስኒ ኬነሜፍ ዋኤኬሰኒፍ ዋቀ ነንገለቴፈዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ayyaanni Waaqayyoo Kristos Yesusiin waan isiniif kennameef, ani yeroo hundumaa sababii keessaniif Waaqayyo koo nan galateeffadha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani yeroo hunda ayyaana Waaqaa isa Kiristoos Yesuusiin isinii kennameef waaʼee keessaniif Waaqa nan galateeffadha. Viz kapitola |