1 ቆሮንቶስ 1:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ዋቅን ገሩ ኦጌዪ ቃኔሱፍ ጄዼ ዋን አዱኛረት ጎዋ ተኤ ፍለቴ፤ ዋቅን ወረ ጀጀቤዪ ቃኔሱፍ ጄዼ ዋን አዱኛረት ደዸባ ተኤ ፍለቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Waaqayyo garuu namoota ogeessota yeellaasisuudhaaf, waan biyyi lafaa gowwaatti lakkaa'u fo'ate; Waaqayyo warra jaboo yeellaasisuudhaaf waan biyyi lafaa dadhabaatti lakkaa'u fo'ate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Waaqni garuu ogeeyyii qaanessuuf jedhee waan addunyaa irratti gowwaa taʼe filate; Waaqni warra jajjabeeyyii qaanessuuf jedhee waan addunyaa irratti dadhabaa taʼe filate. Viz kapitola |