1 ቆሮንቶስ 1:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ዬሮ ዋመምተንት ማል አከ ቱርተን ያደዻ። አከ እላልቸ ነማት ባይኤንኬሰን ኦጌዪ ህንቱሬ፤ ባይኤንኬሰንስ ቤከሞ ህንቱሬ፤ ባይኤንኬሰንሞ ሰኚ ወረ ጉርጉዳራ ህንዸለትኔ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Obboloota ko! Isin yeroo waamamtan, namoota attamii akka taatan of irratti ilaalaa! Akka yaada namaatti baay'een keessan ogeessota miti; baay'een keessan beekamoo miti; baay'een keessanis sanyii warra gurguddaa keessaa miti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Yaa obboloota, isin yeroo waamamtanitti maal akka turtan yaadadhaa. Akka ilaalcha namaatti baayʼeen keessan ogeeyyii hin turre; baayʼeen keessanis beekamoo hin turre; baayʼeen keessan immoo sanyii warra gurguddaa irraa hin dhalanne. Viz kapitola |