1 ቆሮንቶስ 1:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ጎዉማን ዋቃ ኦጉማ ነማ ጫላ ኦጌሳቲ፤ ደዸቢን ዋቃስ ጀብነ ነማረ ጀባዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Wanti gowwummaa Waaqayyoo fakkaatu ogummaa namaa irra in caala, wanti dadhabbii Waaqayyoo fakkaatus jabina namaa irra in caala*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Gowwummaan Waaqaa ogummaa namaa caalaa ogeessaatii; dadhabbiin Waaqaas jabina namaa irra jabaa dha. Viz kapitola |