1 ቆሮንቶስ 1:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ወረ ዋመመኒፍ ገሩ ይሁዶታፍስ ተኡ ግሪኮታፍ ክርስቶስ ሁምነ ዋቃቲፊ ኦጉማ ዋቃት። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Warra Waaqayyo waameef garuu Yihudootaa fi taanaan Griikotaafis taanaan, Kristos humna Waaqayyoo ti, ogummaa Waaqayyoo tis*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 warra waamamaniif garuu Yihuudootaafis taʼu Giriikotaaf Kiristoos humna Waaqaatii fi ogummaa Waaqaa ti. Viz kapitola |