1 ቆሮንቶስ 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ይሁዶትን መለቶ ፌዹ፤ ግሪኮትንሞ ኦጉማ በርባዱ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Yihudoonni illee milikkitoota gaafatu, Griikonni immoo ogummaa barbaadu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Yihuudoonni mallattoo fedhu; Giriikonni immoo ogummaa barbaadu; Viz kapitola |