1 ቆሮንቶስ 1:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ሰበቢ ኦጉማ ዋቃቲን አዱኛን ከራ ኦጉማሼቲን ዋቀ ዋን ህንቤክኒፍ፣ ዋቅን ጎዉማ ለለባቲን ወረ አመነን ፈይሱ ጃለቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Biyyi lafaa ogummaa ofii isaatiin Waaqayyoon isa ogummaadhaan guute beekuu dadhabnaan, gowwummaa barsiisa isa nuyi lallabnuutiin warra amanan fayyisuun Waaqayyotti tole*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Sababii ogummaa Waaqaatiin addunyaan karaa ogummaa isheetiin Waaqa waan hin beekiniif, Waaqni gowwummaa lallabaatiin warra amanan fayyisuu jaallate. Viz kapitola |