1 ቆሮንቶስ 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ያ ኦቦሎተ፣ አን አከ እስን ግዱ ገርገር በኡን ህንጅራትኔፊ አከ ቀልቢፊ ያደ ቶኮ ቀባተኒ ሁንድኬሰን ወሊ ገልተኒፍ መቃ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን እስን ከዸዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Obboloota ko, isin hundumti keessan waan dubbattanitti akka walii galtan, yaada tokkoon akeekkattanii, tokkummaadhaanis raawwachuudhaaf akka qophooftan malee, isin gidduutti gargar ba'uun akka hin jiraanne, maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin isinan gorsa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Yaa obboloota, ani akka isin gidduu gargar baʼuun hin jiraannee fi akka qalbii fi yaada tokko qabaattanii hundi keessan walii galtaniif maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin kadhadha. Viz kapitola |