Yoonaas 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Inni immoo,<<Ani Ibricha; Waaqayyoon isa gooftaa ta'ee waaqa irra jiraatu, isa galaanaa fi lafa uume nan waaqeffadha>> jedhee, isaaniif deebise*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis, “Ani Ibricha Waaqayyo, Waaqa isa samii, galaanaa fi lafa uume sana waaqeffatuu dha” jedhee deebise. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ፣ “አን እብርቸ ዋቀዮ፣ ዋቀ እሰ ሰሚ፣ ገላናፊ ለፈ ኡሜ ሰነ ዋቄፈቱዸ” ጄዼ ዴብሴ። Viz kapitola |