Yoonaas 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kana irratti isaan,<<Wanti hamaan kun sababii eenyuuf nu irra ga'e>> Hojiin kee maali>> Eessaa dhufte>> Biyyi kee eessa>> Sanyiin kee maali>> Nutti himi!>> ittiin jedhan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu isaan, “Mee nutti himi; namni balaa nutti dhufe kana hundaaf itti gaafatamu eenyu? Hojiin kee maali? Ati eessaa dhufte? Biyyi kee eessa? Ati saba kam keessaa dhalatte?” jedhanii isa gaafatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ እሳን፣ “ሜ ኑት ህም፤ ነምን በላ ኑት ዹፌ ከነ ሁንዳፍ እት ጋፈተሙ ኤኙ? ሆጂንኬ ማል? አት ኤሳ ዹፍቴ? ብይኬ ኤሰ? አት ሰበ ከም ኬሳ ዸለቴ?” ጄዸኒ እሰ ጋፈተን። Viz kapitola |