Yoonaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 <<Ka'i, gara Nanawwee mandara guddittii dhaqi! Hamminni namoota ishee guddatee na bira waan ga'eef, irratti labsi!>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Sababii hamminni ishee fuula koo dura dhufeef, gara Nanawwee magaalaa guddittii dhaqiitii isheedhaan mormuudhaan itti lallabi.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ሰበቢ ሀምንሼ ፉለኮ ዱረ ዹፌፍ፣ ገረ ነነዌ መጋላ ጉድቲ ዸቂቲ እሼዻን ሞርሙዻን እት ለለብ።” Viz kapitola |