Yoonaas 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Jarri ittumaa guddisanii Waaqayyoon sodaatan; Waaqayyoof aarsaa in dhi'eessan, wareegas in wareegan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Kana irratti namoonni sun akka malee Waaqayyoon sodaatanii aarsaa Waaqayyoof dhiʼeessan; wareegas wareeganiif. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከነረት ነሞትን ሱን አከ መሌ ዋቀዮን ሶዳተኒ ኣርሳ ዋቀዮፍ ዽኤሰን፤ ወሬገስ ወሬገኒፍ። Viz kapitola |