Yoonaas 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Yoonaasin immoo fuudhanii galaanicha keessa buusan; galaanichis hunkuramuu isaa isa sodaachisaa in dhaabe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Akkasiin Yoonaasin fuudhanii doonii irraa gad darbatan; galaanni raafamaa ture sunis gab jedhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አከሲን ዮናስን ፉዸኒ ዶኒራ ገድ ደርበተን፤ ገላን ራፈማ ቱሬ ሱንስ ገብ ጄዼ። Viz kapitola |