Yoonaas 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Jarri immoo markabicha deebisanii gara lafaatti baasuudhaaf jabeessanii in mooqan; garuu hunkuramuun galaanichaa isaanitti dabalaa waan adeemeef, kana gochuu hin dandeenye. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Namoonni sun garuu qooda kanaa doonii sana gara qarqaraatti baasuuf waan dandaʼan hunda yaalan. Isaan garuu galaanni sun ittuma caalchisee raafamaa waan dhufeef baasuu hin dandeenye. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ነሞትን ሱን ገሩ ቆደ ከና ዶኒ ሰነ ገረ ቀርቀራት ባሱፍ ዋን ደንደአን ሁንደ ያለን። እሳን ገሩ ገላን ሱን እቱመ ጫልችሴ ራፈማ ዋን ዹፌፍ ባሱ ህንደንዴኜ። Viz kapitola |