Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Kennaan nyaataa fi dhugaatii mana Waaqayyoo irraa in cite, kanaaf luboonni warri Waaqayyo gooftaadhaaf hojjetan gaddanii in boo'u*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Kennaan midhaaniitii fi dhibaayyuun mana Waaqayyoo irraa citaniiru. Luboonni fuula Waaqayyoo dura tajaajilan booʼaa jiru.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ኬናን ምዻኒቲፊ ዽባዩን መነ ዋቀዮራ ጭተኒሩ። ሉቦትን ፉለ ዋቀዮ ዱረ ተጃጅለን ቦኣ ጅሩ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy