Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 inni dhaabaa waynii koo in onse, muka harbuu koos gad in cire; qola isaanii irraa quncisee gate, dameen isaaniis addaatee hafe;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Inni muka wayinii koo onsee harbuu koos barbadeesseera. Inni qola isaanii irraa quncisee lafatti gatee dameelee isaanii duwwaa hambise.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 እን ሙከ ወይኒኮ ኦንሴ ሀርቡኮስ በርበዴሴረ። እን ቆለሳኒራ ቁንጭሴ ለፈት ገቴ ደሜሌሳኒ ዱዋ ሀምብሴ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy