Yooʼeel 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Sabni jabaanii fi lakkoobsi isaa dhuma hin qabne biyya koo irratti dhufeera; ilkaan isaa akka ilkaan leencaa ti, qarrifaan isaas akka qarrifaa leenca dhalaa ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Sabni jabaan akka malee baayʼeen tokko biyya koo weerareera; inni ilkaan leencaa, qarriffaa leenca dhalaa qaba. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሰብን ጀባን አከ መሌ ባይኤን ቶኮ ብየኮ ዌረሬረ፤ እን እልካን ሌንጫ፣ ቀርፋ ሌንጨ ዸላ ቀበ። Viz kapitola |