Yooʼeel 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waa'ee kanaa ijoollee keessanitti himaa! Ijoolleen keessanis ijoollee isaaniitti haa himan! Ijoolleen isaaniis dhaloota dhufutti haa himan! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isin waan kana ijoollee keessanitti himaa; ijoolleen keessanis ijoollee ofii isaaniitti haa himan; ijoolleen isaanii immoo dhaloota itti aanutti haa dabarsan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እስን ዋን ከነ እጆሌኬሰንት ህማ፤ እጆሌንኬሰንስ እጆሌ ኦፊሳኒት ሃህመን፤ እጆሌንሳኒሞ ዸሎተ እት ኣኑት ሃደበርሰን። Viz kapitola |