Yooʼeel 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Isin maanguddoota nana kana dhaga'aa! Sabni biyya kana keessa jiraattan hundinuus mee dhaggeeffadhaa! Wanti akkasii kun bara isin jiraattan keessatti, bara abboonni keessan jiraatan keessattis takkaa ta'ee beekaa ree>> Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yaa maanguddoota, waan kana dhagaʼaa; warri biyyattii keessa jiraattan hundinuu dhaggeeffadhaa. Wanni akkanaa takkumaa bara keessan keessa yookaan bara abbootii keessanii keessa taʼee beekaa? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ያ ማንጉዶተ፣ ዋን ከነ ዸገኣ፤ ወር ብየቲ ኬሰ ጅራተን ሁንድኑ ዸጌፈዻ። ወን አከና ተኩማ በረኬሰን ኬሰ ዮካን በረ አቦቲኬሰኒ ኬሰ ተኤ ቤካ? Viz kapitola |