Yooʼeel 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yaa Waaqayyo! Ibiddi iddoo dheedumsa horii waan fixeef, arrabni ibiddaas muka bakkee keessaa waan gubeef, ani gara keetti nan iyya; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yaa Waaqayyo ani sin waammadha; ibiddi lafa dheedaa barbadeessee arrabni ibiddaa immoo mukkeen diidaa hunda gubee fixeeraatii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ያ ዋቀዮ አን ስን ዋመዸ፤ እብድ ለፈ ዼዳ በርበዴሴ አረብን እብዳሞ ሙኬን ዲዳ ሁንደ ጉቤ ፍጤራቲ። Viz kapitola |