Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Saawwan waan dheedan waan dhabaniif, in mar'atu! Bushaayeen in joonja'u; hoolonni karri baay'eenis in dhiphatu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Loon akkam marʼatu! Karri loonii sababii waan dheedu dhabeef asii fi achi joora; bushaayeenis dhiphataniiru.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ሎን አከም መርአቱ! ከር ሎኒ ሰበቢ ዋን ዼዱ ዸቤፍ አሲፊ አች ጆረ፤ ቡሻዬንስ ዽጰተኒሩ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:18

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy