Yooʼeel 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Sanyiin kaboota jalatti tortoree, midhaan waan badeef, gombisaan in one, gumbiin in caccabe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Sanyiin lafa keessatti tortoree hafe. Mankuusni diigameera; gombisaan caccabeera; midhaan gogee hafeeraatii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ሰኚን ለፈ ኬሰት ቶርቶሬ ሀፌ። መንኩስን ዲገሜረ፤ ጎምብሳን ጨጨቤረ፤ ምዻን ጎጌ ሀፌራቲ። Viz kapitola |