Yooʼeel 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Utuma nuyi ilaalluu nyaati akkuma dhibe, akkasuma gammachuunii fi ililleen mana Waaqayyo keenyaatii dhibeera mitii ree*>> Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Ijuma keenya duratti nyaanni cite; ilillee fi gammachuunis mana Waaqa keenyaa irraa hin cinnee? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እጁመኬኘ ዱረት ኛትን ጭቴ፤ እልሌፊ ገመቹንስ መነ ዋቀኬኛራ ህንጭትኔ? Viz kapitola |