Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Wayyoo! Guyyaan Waaqayyoo dhi'aateera! Maal guyyaan sodaachisaan akkasii! Inni isa hundumaa danda'u biraa akka balleessiitti in dhufa*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Badne kaa! Guyyaan sun dhiʼaateera. Guyyaan Waaqayyoo gaʼeeraatii; inni akkuma badiisaatti Waaqa Waan Hunda Dandaʼu biraa dhufa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 በድኔካ! ጉያን ሱን ዽኣቴረ። ጉያን ዋቀዮ ገኤራቲ፤ እን አኩመ በዲሳት ዋቀ ዋን ሁንደ ደንደኡ ብራ ዹፈ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:15

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy