Yooʼeel 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Soomii qulqulluu labsaa! Wal ga'ii qulqullaa'aas waamaa! Jaarsoliidhaaf warra biyyicha keessa jiraatan hundumaa, mana Waaqayyo gooftaa keessaniitti walitti qabaa! Gara Waaqayyoottis iyyaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Sooma qulqulluu labsaa; waldaa qulqulluu waamaa. Maanguddootaa fi warra biyyattii keessa jiraatan hunda gara mana Waaqayyoo Waaqa keessaniitti waamaatii Waaqayyootti booʼaa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሶመ ቁልቁሉ ለብሳ፤ ወልዳ ቁልቁሉ ዋማ። ማንጉዶታፊ ወረ ብየቲ ኬሰ ጅራተን ሁንደ ገረ መነ ዋቀዮ ዋቀኬሰኒት ዋማቲ ዋቀዮት ቦኣ። Viz kapitola |