Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yaa lubootaa! Uffata gaddaa uffadhaa, boo'aas! Kennaan midhaanii fi kennaan dhugaatii, mana Waaqayyo keessanii irraa waan ittifameef, isin warri iddoo aarsaatii hojjettan, hojjetonni Waaqayyo kootii mana qulqullummaatti ol galaa! Uffata gaddaa uffadhaatii halkan guutuu gaddaa bulaa!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Yaa luboota, wayyaa gaddaa uffadhaatii booʼaa; isin warri iddoo aarsaa dura tajaajiltan wawwaadhaa. Isin warri fuula Waaqa koo dura tajaajiltan kottaatii wayyaa gaddaa uffadhaa bulaa; kennaan midhaaniitii fi dhibaayyuun mana Waaqaa irraa hambifamaniiruutii.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ያ ሉቦተ፣ ወያ ገዳ ኡፈዻቲ ቦኣ፤ እስን ወር እዶ ኣርሳ ዱረ ተጃጅልተን ወዋዻ። እስን ወር ፉለ ዋቀኮ ዱረ ተጃጅልተን ኮታቲ ወያ ገዳ ኡፈዻ ቡላ፤ ኬናን ምዻኒቲፊ ዽባዩን መነ ዋቃራ ሀምብፈመኒሩቲ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy