Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Mukti waynii in goga, mukti harbuus in coollaga; mukti rumaanii, mukti meexxii, mukti hudhaa fi mukkeetiin maasii keessaa hundinuu in gogu; gammachuun ilmaan namootaas in bada.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Wayiniin gogeera; harbuunis coollageera; roomaaniin, meexxii fi hudhaan, mukkeen lafa qotiisaa hundinuu goganiiru. Dhugumaan gammachuun ilmaan namaa irraa badeera.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ወይኒን ጎጌረ፤ ሀርቡንስ ጮለጌረ፤ ሮማኒን፣ ሜጢፊ ሁዻን፣ ሙኬን ለፈ ቆቲሳ ሁንድኑ ጎገኒሩ። ዹጉማን ገመቹን እልማን ነማ እራ በዴረ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy