Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Isin warri qottuun abdii kutadhaa! Warri waynii dhaabdanii guddiftanis gaddaa! Wanti laficha irraa galfamu waan badeef, qamadiidhaaf, garbuudhaafis gaddaa*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Yaa qonnaan bultoota, isin raafamaa; warri wayinii dhaabbattan booʼaa; sababii midhaan lafa qotiisaa keessanii barbadaaʼeef qamadii fi garbuudhaaf booʼaa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ያ ቆናን ቡልቶተ፣ እስን ራፈማ፤ ወር ወይኒ ዻበተን ቦኣ፤ ሰበቢ ምዻን ለፈ ቆቲሳኬሰኒ በርበዳኤፍ ቀመዲፊ ገርቡዻፍ ቦኣ።

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy