Yooʼeel 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Maasiin in one, midhaan waan badeef lafti in gadde; mukti waynii inni haaraan in goge, dhadhaan ejersaas hin jiru. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Lafti qotiisaa oneera; laftis gogeera; midhaan barbadaaʼeera; daadhiin wayinii haaraan dhumeera; zayitiinis dhabameera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ለፍት ቆቲሳ ኦኔረ፤ ለፍትስ ጎጌረ፤ ምዻን በርበዳኤረ፤ ዳዺን ወይኒ ሃራን ዹሜረ፤ ዘይቲንስ ዸበሜረ። Viz kapitola |