Yohannis 1:48 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo48 Naataanaa'el, ?Eessatti na beekta?? jedhee isa gaafate; Yesus immoo deebisee, ?Filiphos utuu si hin waamin muka harbuu jalattan si arge? jedheen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa48 Naatnaaʼelis, “Ati eessatti na beekta?” jedheen. Yesuusis, “Utuu Fiiliphoos si hin waamin dura yeroo ati muka harbuu jala turtettin si arge” jedhee deebiseef. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ48 ናትናኤልስ፣ “አት ኤሰት ነ ቤክተ?” ጄዼን። ዬሱስስ፣ “ኡቱ ፊልጶስ ስ ህንዋምን ዱረ ዬሮ አት ሙከ ሀርቡ ጀለ ቱርቴትን ስ አርጌ” ጄዼ ዴብሴፍ። Viz kapitola |