Yohannis 1:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 Yesus, utuu Naataanaa'el gara isaa dhufuu argee, ?Ilaa, nama Israa'el isa dhugaa isa sobni keessa hin jirre? jedhee waa'ee isaa dubbate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Yesuusis utuu Naatnaaʼel gara isaa dhufuu argee, “Ilaa Israaʼelicha dhugaa kan haxxummaan keessa hin jirre!” jedhee waaʼee isaa dubbate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ዬሱስስ ኡቱ ናትናኤል ገረሳ ዹፉ አርጌ፣ “እላ፣ እስራኤልቸ ዹጋ፣ ከን ሀጡማን ኬሰ ህንጅሬ!” ጄዼ ዋኤሳ ዱበቴ። Viz kapitola |