Yohannis 1:46 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo46 Naataanaa'el yommus, ?Naazireet keessaa wanti gaariin ba'uu danda'aa?? jedhee Filiphosin gaafate; Filiphos immoo, ?Kottuutii ilaali!? jedhee deebiseef*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa46 Naatnaaʼelis, “Naazreeti keessaa wanni gaariin baʼuu ni dandaʼaa?” jedhee gaafate. Fiiliphoosis, “Kottuutii ilaali” jedheen. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ46 ናትናኤልስ፣ “ናዝሬት ኬሳ ወን ጋሪን በኡ ንደንደኣ?” ጄዼ ጋፈቴ። ፊልጶስስ፣ “ኮቱቲ እላል” ጄዼን። Viz kapitola |