Yohannis 1:45 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo45 Filiphos kun Naataanaa'elin argatee, ?Isa Museen macaafa seeraa keessatti, raajonnis immoo macaafa isaanii keessatti waa'ee isaa caafan arganneerra; inni namicha Naazireet, Yesus ilma Yoseef? jedheen*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa45 Fiiliphoos Naatnaaʼelin argee, “Isa Museen kitaaba Seeraa keessatti waaʼee isaa barreessee fi isa raajonnis waaʼee isaa barreessan, ilma Yoosef, Yesuus nama Naazreeti arganneerra” jedheen. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ45 ፊልጶስ ናትናኤልን አርጌ፣ “እሰ ሙሴን ክታበ ሴራ ኬሰት ዋኤሳ በሬሴፊ እሰ ራጆትንስ ዋኤሳ በሬሰን፣ እልመ ዮሴፍ፣ ዬሱስ ነመ ናዝሬት አርገትኔረ” ጄዼን። Viz kapitola |