Yohannis 1:40 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo40 Bartoota lamaan dubbii Yohannis dhaga'anii, Yesus duukaa bu'an keessaa, inni tokko Indriiyaas obboleessa Simoon Phexros ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa40 Warra waan Yohannis dubbate dhagaʼanii Yesuus duukaa buʼan lamaan keessaa inni tokko Indiriiyaas obboleessa Simoon Phexros ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ40 ወረ ዋን ዮሀንስ ዱበቴ ዸገአኒ ዬሱስ ዱካ ቡአን ለማን ኬሳ እን ቶኮ እንድሪያስ ኦቦሌሰ ስሞን ጴጥሮስ ቱሬ። Viz kapitola |