Online Bible

- Reklamy -




Yohannis 1:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

39 Yesus immoo, ?Kottaatii ilaalaa!? jedhee isaaniif deebise. Bartoonni sunis dhaqanii, iddoo Yesus buufate arganii, guyyaa sana isa bira oolan; yeroon isaa akka sa'aatii kudhanii ture.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

39 Innis, “Kottaatii ilaalaa” jedheen. Isaanis dhaqanii akka inni eessa jiraatu argan; gaafa sana isa wajjin oolan. Yeroon sunis gara saʼaatii kurnaffaa ture.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

39 እንስ፣ “ኮታቲ እላላ” ጄዼን። እሳንስ ዸቀኒ አከ እን ኤሰ ጅራቱ አርገን፤ ጋፈ ሰነ እሰ ወጅን ኦለን። ዬሮን ሱንስ ገረ ሰኣቲ ኩርነፋ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Yohannis 1:39

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy