Yohannis 1:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Ani ofii kootii iyyuu isa hin beekne; garuu inni akka ani bishaaniin cuuphuuf na erge sun, ?Hafuurri qulqulluun isa irra bu'ee hafuu isaa kan argitu, isa inni hafuura qulqulluudhaan cuuphu? jedhee anatti hime*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Inni akka ani bishaaniin cuuphuuf na erge sun, ‘Namichi ati utuu Hafuurri gad buʼee isa irra jiraatuu argitu sun, isa Hafuura Qulqulluudhaan cuuphu dha’ jedhee utuu natti himuu baatee silaa ani iyyuu isa hin beeku ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 እን አከ አን ብሻኒን ጩጱፍ ነ ኤርጌ ሱን፣ ‘ነምች አት ኡቱ ሀፉር ገድ ቡኤ እሰረ ጅራቱ አርግቱ ሱን፣ እሰ ሀፉረ ቁልቁሉዻን ጩጱዸ’ ጄዼ ኡቱ ነት ህሙ ባቴ ስላ አንዩ እሰ ህንቤኩ ቱሬ። Viz kapitola |