Yohannis 1:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Ani ofii kootii iyyuu isa hin beekne, garuu Israa'elitti akka inni mul'ifamuufan bishaaniin namoota cuuphuu dhufe? jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Ani mataan koo iyyuu isa hin beekun ture; sababiin ani bishaaniin cuuphaa dhufeef garuu akka inni saba Israaʼelitti mulʼifamuuf.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 አን መታንኮዩ እሰ ህንቤኩን ቱሬ፤ ሰበቢን አን ብሻኒን ጩጳ ዹፌፍ ገሩ አከ እን ሰበ እስራኤልት ሙልእፈሙፍ።” Viz kapitola |