Online Bible

- Reklamy -




Yohannis 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Yohannis waa'ee isaatiif dhugaa in ba'a; sagalee isaa ol fudhatees, ? ?Inni ana booddee dhufu ana irra caala, ana dura ture'o? jedhee waa'ee isaa kanan dubbadhe, kunoo isa kana? jedhe*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Yohannisis waaʼee isaa dhugaa baʼe. Sagalee isaas ol fudhatee akkana jedhe; “Inni ani, ‘Inni na duubaan dhufu na caala; inni na dura tureetii’ jedhee waaʼee isaa dubbadhe sun isa kana.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ዮሀንስስ ዋኤሳ ዹጋ በኤ። ሰገሌሳስ ኦል ፉዸቴ አከነ ጄዼ፤ “እን አን፣ ‘እን ነ ዱባን ዹፉ ነ ጫለ፤ እን ነ ዱረ ቱሬቲ’ ጄዼ ዋኤሳ ዱበዼ ሱን እሰ ከነ።”

Viz kapitola kopírovat




Yohannis 1:15

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy