Yohannis 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfina isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine; ulfinni isaas isa ilmi tokkichi abbaa isaa irraa argatu ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Dubbiin foon taʼee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዱቢን ፎን ተኤ ኑ ግዱ ጅራቴ። ኑስ ኡልፍነሳ፣ ኡልፍነ እልመ ቶክቸ አያናፊ ዹጋዻን ጉተሜ አባ ብራ ዹፌ ሰና አርግኔረ። Viz kapitola |