Yohannis 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Isaan kun Waaqayyottii dhalatan malee, dhiigattii yookiis fedha fooniittii yookiis fedha dhiiraattii hin dhalanne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Isaanis Waaqa irraa dhalatan malee dhiiga irraa yookaan fedhii foonii irraa yookaan fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እሳንስ ዋቀራ ዸለተን መሌ ዺገራ ዮካን ፌዺ ፎኒራ ዮካን ፌዺ ዺራራ ህንዸለትኔ። Viz kapitola |