Yohannis 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananii dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Warra isa fudhatanii maqaa isaatti amananiif garuu akka ijoollee Waaqaa taʼaniif mirga kenne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ወረ እሰ ፉዸተኒ መቃሳት አመነኒፍ ገሩ አከ እጆሌ ዋቃ ተአኒፍ ምርገ ኬኔ። Viz kapitola |